Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa Meetirik toonii 50 taasise

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa, qorichaa fi nyaata madaalamaa Meetirik toonii 50 taasise.

Deeggarsichi naannichatti lammiilee hongee fi weerara dhibeewwan garaagaraan miidhamaniif kan oolu ta’uu ibsameera.

Deeggarsichi baatii tokko dura dhaabbatichi naannichaaf dhiyeessee kan turerraa kan itti fufe ta’uu eerameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment