Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa meetirik toonii 10 Maqaleen ga’e

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee yaala fayyaa jalqabaa meetirik toonii 10 naannoo Tigraay magaalaa Maqaleen ga’uu ibse.

Dhiyeessichi xiyyaara dhiyeessa deeggarsa namoomaa dhaabbata mootummoota gamtoomaniin Maqalee ga’uu Ityoophiyaatti Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa gama Tiwiitara isaan beeksiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment