Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Koreen To’aannoo Dhibee Kooleeraa Idil Addunyaa Ministeera Fayyaaf talaallii dhibee Kooleeraa Doozii miiliyoona 1.9 deeggarsa taasisuun ibsame.
Deeggarsi taasifame guyya har’aa Ityoophiyaa galuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseera.
Deeggarsi taasifames dhibee Kooleeraa Naannoo Oromiyaa fi Somaaleetti mudateef deebii kennuuf kan ooluu ta’uun eerameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.