Deeggarsi meeshaalee nyaataa Toonii 300 Allaamaaxaa gahuu Dhaabbanni Nyaataa Adduunyaa beeksise

Finfinne, Sadaasa 8,(FBC)- Deeggarsi meeshaalee nyaataa toonii 300 Allaamaaxaa gahuu Dhaabbanni Nyaata Adduunyaa beeksise.

Dhaabbitichi deeggarsi garaagaraa tooniin 300  mankuusaatti  bu’aa jiraachuu beeksiseera.

Deeggarsichi  namoota kuma 67 kan oolu ta’uu eereera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment