Deeggarsi hidha haaromsaaf taasiifamu cimee itti fufuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Deeggarsi ijaarsa hidha haaromsaaf taasiifamu cimee itti fufuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa ummataa Biyyaalessaa Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ibseera.

Biyyattiin duula birmadummaarra jiraattus deeggarsi taasiifamu cimee itti fufuu Itti aantuun Daayreektera Waajjirichaa Aadde Fiqirtee Taammiruu eeraniiru.

Kurmaana jalqabaa bara 2014 Birrii miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 87 ol walitti qabamuu eeraniiru.

Maallaqa deeggarsaan walitti qabame keessaa miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 56 miseensota Diyaaspooraarraa kan argame ta’uu dubbataniiru.

Waajjirichi bara baajataa kana Birrii biiliyoona 2 walitti qabuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu himaniiru.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment