Daseetti qorannaan laabraatoorii vaayrasii koroonaa eegalame

Finfinnee, Eebila 16, 2012 (FBC) – Magaalaa Daseetti qorannaan vaayrasii koroonaa eegalame.
 
Meeshaan qorannaa laabraatoorii har’a hojii eegale kun guyyaatti jiddugaleessan samuudaa namoota 300 qorachuu danda’a.
 
Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Naannoo Amaaraatti dameen Dasee akka beeksisetti meeshichi Buufata Fayyaa Daseetti hojii eegaleera.
 
 
 
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Comments (0)
Add Comment