Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba’an Obbo Geetaachoo Raddaan gaafatan

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Dargaggoonni naannoo Tigraay ijaarsa misoomaa fi nageenyaa keessatti qooda isaanii akka ba’an Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan gaafataniiru.

Guyyaan dargaggoota Addunyaa har’a magaalaa Maqaleetti marii paanaaliin kabajameera.

Nageenyi argame itituun misoomni waaraa akka mirkanaa’uu dargaggoonni adda durummaan qooda isaanii ba’uu akka qaban Obbo Geetaachoo Raddaan gaafachuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment