Dargaggoonni carraa hojii umamuuf sirnaan itti fayyadamuu akka qaban Ministeerichi beeksise

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Dargaggoonni carraa hojii umamuuf sirnaan itti fayyadamuu akka qaban Ministeerri Hojii fi Kalaqaa beeksiseera.

Appilikeeshiniin diijataala qaamolee carraa hojii uumanii fi invastimantoota wal agarsiisuu kan ifoomee yoo ta’u, dargaggoonni carraa hojii uumameef sirnaan itti fayyadamuu akka qaban ibsameera.

Dhaabbanni dargaggoota hundaa’ee fi Simuunii jedhamu kun Kokaa Kollaa Ityoophiyaa waliin tumsaan hojiiwwan sadarkaa yaadaarra jiran 10 faayinaasiin ni deeggaramuu jedhameera.

Appilikeeshinichaan waggaa tokko keessaatti eebbifamtoota yuunvarsiitii kuma 10 invasteratoota waliin walagrsiisuuf karoorfamuu ragaan Ministeericharra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment