Dargaggoonni biyya isaanii baruu fi qabeenya biyya misoomsuuf dhama’uu qabu – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Dargaggoonni biyya isaanii baruuf, hojiirratti xiyyeeffachuu, fi qabeenya biyya misoomsuuf dhama’uu qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad marii dargaggoota waliin taasiisanirratti gaaffilee ka’aniif deebii laachaa jiru.

Ityoophiyaan biyya guddoo kan turte ta’uu yaadachiisuun, gara guddina ishee duraatti deebisuuf tokkummaa sabdaneessaa cimsuun dirqama ijoollee biyyattii ta’uu fuula Feesbuukii isaaniin eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment