Dargaggoonni aanaa Saxxammaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Dargaggoonni godina Jimmaa aanaa Saxxammaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.

Dargaggoonni kunneen mata duree “Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa Cinaa Dhaabbachuun qaroomina” jedhuun sagantaa dhiiga arjoomuu gaggeessaniiru.

Arjooma dhiigaa kana irratti dargaggoonni aanichaa hedduun qooda fudhataa jiraachuu ragaan waajjira kominikeeshinii godina Jimmaarra argame ni muuldhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment