Dargaggoon ijaarsa biyyaa hunda galeessaaf tattaaffii taasifamuuf ga’eesaa akka ba’atu waamichi dhiyaate

Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Dargaggoon ijaarsa biyyaa hunda galeessaaf tattaaffii taasifamuuf ga’eesaa akka ba’atu waamichi dhiyaateera.

Waltajjiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa  magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.

Waltajjiin kun guyyoota 5’f kan gaggeeffamuu ta’uu ibsameera.

Dhaloonni amma abbaa biyyaa ta’uusaan rakkoo waqtaawaa biyyattif furmaata ta’uu qabas jedhameera.

Humnoota nageenya biyyatti hin barbaannee ittisuufis waloon dhaabbachuu qabu jedhame.

Biyya ijaaruun cinaattis dargaggoo hojiirratti bobbaasuun sadarkaa godinichaattis ta’e naannootti dhimma xiyyeeffannoon itti laatamee ta’uu eerameera.

Abeeneezaar Taayyeetu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment