Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Dandeetti oomisha Dhaabbata Simiintoo Mugaar guddisuuf carraaqqin taasifama jiraachuun Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa ibse.
Haqina Siimintoo furuuf dandeetti oomisha Dhaabbata Simiintoo Mugaar guddisuuf carraaqqin taasifama jiraachuu Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa beeksisaniiru.
Ministeerichi miseensoota boordii koorporeeshinii indaastiriiwwan keemikaalaa waliin Dhaabbata Simiintoo Mugaar daawwataniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.