Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira

Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira.

Dameen fayyaa dhuunfaa akka investimeentii biyya tokkootti kakka’umsi garagaraa taasifame akka babbal’atuuf hojjetamaa jiraachuu ministeerri Fayyaa beeksise.

Kakka’umsi damichaaf taasifamu tajaajilli fayyaa biyyatti akka cimuu kan gargaaru ta’uu Ministiri Ministira Fayyaa dooktar Amiir Amaan fuula Feesbuukii isaaniirratti ibsaniiru.

Galma ga’insa isaaf waajjirri ministeerichaa komishinii investimeentii Ityoophiyaa fi korporeeshinii baankii misoomaa lafaa waliin marii taasisuun ibsameera.

Comments (0)
Add Comment