Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf hojmaanni qindaa’aan cimee itti fufeera -Ministeera Qonnaa

Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Damee Qonnaa caalmatti bu’aa qabeessa taasiisuuf dhimmoota dandeessisanirrati hoggantoota dhaabbata Agiraa waliin mari’ataniiru.

Fedhii sanyii filatamaa qonnaan bultootaa yeroo gara yerootti dabalaa jiru guutuuf dhaabbata Agiraa Ityoophiyaa waliin xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Dooktar Girmaan eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment