Damee dhuunfaan gargaarsa teeknooloojii dirooniin misoomsuu fi fayyadamuuf haala dadeessisu uumuuf waliigalteen mallata’ee

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC)- Damee dhuunfaan gargaarsa teeknooloojii dirooniin misoomsuu fi fayyadamuuf haala dadeessisu uumuuf waliigalteen mallata’ee.
Waliigalticha Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiitti Deettaan Ministira Bulchiinsa fi damee deeggarsaa Dooktar Yaaniyaa Saa’idimaki fi qaamolee damicha keessa hojjetan fi qaamolee walitti dhufan waliin wali mallatteessaniiru.
Akka Dooktar Yaaniiyaan dubbatanitti,Ministeerichi ce’umsa teeknooloojii fi misooma seektara dhuunfaa guddisuu fi dinagdee biyyaalessaa gargaaruuf deeggarsa ni taasisa jedhan.
Hanga ammaatti waajjirichi damee teeknooloojiin deeggarsa taasisaa jiruu fi dameeleen walitti dhuufuun hojjechaa ture keessaa tokko teeknooloojii Diirooniidha jedhaniiru ragaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojiirraa odeeffanne.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment