Daangaa Ityoophiyaa fi Keenyaatti tatamsa’ina dhibee beelladaa ittisuuf talaalliin beelladaa laatamu eegalame

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Daangaa Ityoophiyaa fi Keenyaatti tatamsa’ina dhibee beelladaa daangaa ce’uun loon miidhu ittisuuf talaalliin beelladaa laatamuu eegalameera.

Tatamsa’ina dhibee beelladaa yeroo bonaa daangaa ce’uun loon miidhu ittisuuf daangaa biyyoota lameeniirratti talaalliin beelladaa qindoominaan eegalamuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment