Daandiin Qilleesichaa balallii gara Poort Sudaanitti taasisu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa har’arraa eegalee magaalaa Buufata Sudaan kan taatee gara Poorti Sudaanitti balallii eegaleera.

Poorti Sudaan akka Afrikaatti bakka ga’umsa 66ffaa kan taasisee daandiin qilleensichaa biyyoota Afrikaatti lakkoofsa bakka ga’umsa caalmaatti guddisuuf kan hojjetuu ta’uu ibseera.

Daandiin qilleensichaa torbeewwan muraasa keessatti balallii gara Laayibeeriyaa Mooniroviyaa kan eegaluu ta’uu ibseera.

Tigisti Asmaamawutu gabaase.

Comments (0)
Add Comment