Daandiin qilleensichaa Wiixata dhufurraa eegalee gara Shireetti balaalii akka eegalu beekise

Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Wiixata dhufurraa eegalee gara Magaalaa Shireetti balalii akka eegalu beekise.

Daandichi gama miidiyaa hawaasummaan akka beeksisetti, balalii idilee gara Maqaleetti taasisu marsaa sadiitti kan guddisuudha.
Fuuldurattis fedhii imaltootaa bu’uureffachuun deddeebii balalii guyyatti taasisuu akka dabaluu eereera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment