Daandiin Qilleensichaa tarree Daandiiwwaan qillensaa Fe’umsaa gara magaalaa Leezhitti taasiisan kesssatti hammatame

Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa tarree Daandiiwwaan Qillensaa Fe’umsaa gara Beeljiyeem magaalaa Leezhitti taasiisan kesssatti hammatamuu ibsame.
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa bara Faranjoota 2023 meeshaalee fe’umsaa Toonii kuma 160 ol magaalaa leezhiirraa gara biyyoota garaagararratti geejjibsisuu ragaan Daandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.
Haaluma kanaan,Daandiin qilleensicha balallii gara Biyyoota Afrikaa,Eeshiyaa, Awurooppaa, Bahaa Giddu galeessaa, Biyyoota Kaabaa fi Kibbaa Ameerikaatti taasisuun sochii diinagdee keessatti gahee olaanaa bahachaa jiraachuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment