Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid -19 Doozii miiliyoona dhibba 4tti hiiqu biyyoota addunyaa 35 oliif geejjibsiisuu beeksiise.
Daandiin qilleensichaa daandii qilleensaa Afrikaa Waraqaa ragaa Waldaa Geejjibaa Qilleensaa idil addunyaa argate jalqabaa ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.