Daandiin Qilleensichaa galii Doolara Biiliyoona 7 ol argachuu ibse

Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Daandiin Qillensa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti galii Doolara biiliyoona 7.02 argachuu beeksise.

Hojii Raawwachisaa Olaanaan Daandii Qillensa Itiyoophiyaa Masfin Xaasaw ibsa kennaniin, bakki gahumsaa idil Addunyaa Daandii qillensichaa 139 qaqqabuu eeraniiru.

Balaaliiwwan biyyaa keessaa 22 qaqqabuus ibsaniiru.

Maartaa Geetaachootu gabaase.

Comments (0)
Add Comment