Daandiin Qilleensichaa balallii torbee gara Gowaanzyuutti taasiisu gara 10tti ol guddise

Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii torbeen Chaayinaa Magaalaa Gowaanzyuutti taasiisu gara 10tti ol guddisuu beeksise.

Fulbaana 17, 2017 eegalee torbeen yeroo 10 gara magaalattiitti balallii kan taasiisu ta’uu ibseera.

Daandiin Qilleensichaa kana dura torbeen yeroo 7 gara magaalaa Gowaanzhuutti balali’aa turuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment