Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Baahir Daarii fi Goondariin addaan kutee ture eegalu beeksiseera.
Daandiin qilleensicha guyyaa kaleessa sababa haala qilleensaatin balallii addaan kutee ture guyyaa har’a itti fufuu ibseera.
Dhamaatii uumameef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.