Daandiin Qilleensaa Magaalaa Kuwaalaa Laapuritti torbanitti yeroo 4 balalii akka taasisu beeksise

Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Magaalaa Kuwaalaa Laapuritti torbanitti yeroo 4 balalii taasisuuf qophii xumuruu beeksise.

Daandichi Bitootessa 16, 2015 eegalee gara Magaalaa Kuwaalaa Lampuritti torbanitti yeroo afur balalii akka taasisu miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment