Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa “Daandii Qilleensaa Filatamaa Afrikaa 2022” mo’ate

Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Barruun “Global Travellers” sagalee imaltoota dubbistootaarraa walitti qabuun badhaasaa kennuun “Daandii Filatamaa Qilleensaa Afrikaa 2022” mo’ateera.

“Global Travellers” sagantaa injifattoota badhaasa waggaa imaltoota dubbistootaa 19ffaa gaggeesseera.

Bu’uuruma kanaan Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa, “Royal Air Marc fi Daandiin Qilleensaa Keeniyaa Afrikaarraa daandiwwan qilleensaa filatamoo ta’uun filatamuu ragaan “Global Travellers” irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment