Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Toroontootti taasisu dabaluufi

Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa marsaa balalii gara Toroontootti taasisuu dabaluuf akka ta’e beeksise.

Daandiin Qilleensichaa Fnfinneerraa gara Toroontoo akksumas, Torontoorraa gara Finfinneetti balalii taasisuu bara Faranjootaa Ebla 1, 2024 eegalee akka dabalu beeksisera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment