Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa  % 20’n hir’ise

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa taarifa fee’insa deeggarsaa %20’n hir’isuu beeksiseera.

Giruuppiin daandii qilleensicha ga’umsoota balallii taasisuu gara Finfinneetti fe’umsoota deeggarsaarratti tajaajilaa fe’umsaa amma ittin hojjetaa jiruurraa taarifaa %20’n hir’isuu ragaan dhaabbaticharra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment