Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee tumsaa mallateessan

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Gargaarsa Idila Addunyaa Ameerikaa ‘USAID’ waliigaltee tumsaa mallateessan.

Waliigaltichi bu’aalee qonnaa qonnaan bultoota biyya keessaa jiran argachuuf kan kaayyefatedha.

Daandii Qilleensa Ityoophiyaa bu’aalee maammiltoota isaaf dhiyeessu akka danda’u beeksiseera.

Ityoophiyaa fi Ameerikan waliin waggoota 100f hojjechuuu ragaaleen ni muldhisu.

Waggaa darbe qonnaan bultoonni fi daldaltoonni gadi aanoo Ityoophiyaa Birrii biilyoonaa 1.6 ol argachuu isaanii ragaan Imbaasii Ameerikaa irraa argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment