Daandii Gammoojji sulula laga Abbaayyaarratti balaa sisiga dhagaa mudaatee banuuf taattaaffiin taasifamaa jira jedhame

Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa iddoo addaa Filiqliq jedhamutti balaa sigiga dhagaa muudateen banuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwan Ityoophiyaa beeksiseera.

Abbaan taayitichaa sababa sigiga cimaa mudateef daandii cufamee banuuf dhagaa daandichaa cufee kaasuudhaaf hojiiwwan hojjechaa jiraaachuu ibsa Faanaaf ergeen beeksiseera.

Yeroo ammaa kana dhagaa jigee daandiirra kaasuuf dimaamiitii fi meeshaalee garagaraatin hojii diiguu hojjechaa jiraachuu ibseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment