Daandichi Burkiinaa Faassotii gara Fraankifartitti tajaajila fe’umsaa laachaa jira

Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Burkiinaa Faassotii gara Fraankifartitti tajaajila geejiba fe’umsaa laachaa jira.
 
Imalli fe’isa idil addunyaa kunis waggaa 22 as kan jalqabaati jedhameera.
 
Daandichi oomisha fudraa qonnaan bultootaa toonii 52 geejibsiisaa jiraachuu beeksiseera.
 
Kanaan dura oomisha qonnaaan bultoota Taanzaaniyaa gara Awrooppaatti geejibsiisun isaa ni yaadatama.
 
 
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment