Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ifoome

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Daa’immaan daandiirra jiraataan gara maatii isaaniitti deebisuuf proojektiin Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 ifoomeera.

Dhaabbanni miti mootummaa idil addunyaa “Hope for Justice Ethiopia” jedhamu naannoo Amaaraatti proojektii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 50 eegalchiiseera.

Proojektichi daa’immaan rakkoolee hawaasummaa fi diinagdeen maatiirra adda ba’uun daandiirra jiran gara maatiitti deebisuun barnoota isaanii akka itti fufaniif kan kaayyeeffatedha.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment