Daabaattitti baqattoonni Eertiraa iddoowwan tajaajiloota hawaasaa da’oo godhatanii turan gara Kaampii Alaam Waaciitti dabarfaman

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Godina Goondar magaalaa Daabaattitti baqattoonni Eertiraa kumni 1 fi 400 iddoowwan tajaajiloota hawaasaa da’oo godhatanii turan gara Kaampii Alaam Waaciitti dabarfamu ibsameera.

Baqattoonni kunneen Adoolessaa 13, 2021 irra eegale magaalaa Daabaattitti iddoowwa tajaajilaa hawaasaaf oolan sadii keessaa da’oo taasifachuun akka turan ibsameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment