Chaayinaan deeggarsa damee Indaastirii Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite

Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Chaayinaan deeggarsa damee Indaastirii Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyuuwaan ibsan.

Ambaasaaddarichi baatii Bitootessaa keessa paarkiiwwan indaastirii magaalaa Dirree Dawaa, naannoo Amaaraa fi Sidaamaa keessatti argaman daawwachuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Chaayinaarraa argame ni mul’isa.

Daawwannaa isaaniin dameen indaastirii biyyoota lameeniif carraa hojii bal’aa uumuu fi faayidaa gama maraa kan qabu ta’uu hubachuu isaanii ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment