Chaayinaan barattoota 26’f carraa barnootaa kennite

Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa barattoota 26’ carraa barnootaa kennite.

Barattoota 26’n carraan barnootaa kennameef Itiyoophiyatti Embaasii Chaayinaatti gaggeessaan taasifameeraafi.

Sirna gaggeessicharratti kan argaman Itiyoophiyatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aan, biyyi isaanii tattaaffii ce’umsa bekumsaa fi teeknooloojii Itiyoophiyaan taasisaa jirtu kan deeggaran ta’uu ibsa Faanaa Biroodkastingi Korporeetif erganiin beeksisaniiru.

Ambaasaaddarichi hariiroon Itiyoophiyaa fi Chaayinaa walta’iinsa hundagaleessaan, teeknooloojii fi dhimmoota waloo irratti itti fufiinsaa hojjechuuf kan dandeessisuu ta’uu eeraniiru.

Geggeessaa taasifameerratti qondaaltonni olaanoo Ministeera Dhimma Alaa, Ministeera Barnoota fi hayyoonni duraan carra barnootaa Chaayinaatti argatan argamiiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment