Chaayinaa keessaatti haallii jiru fi jireenyaa bakka isaa duriitti deebi’aa jira

Finfinnee, Bitooteessa 9, 2012 (FBC) – Chaayinaatti tatamsa’inni vaayrasii koroonaa hir’achaa dhufuu isaatiin biyyattiitti sosochiin idilee eegalamuu himameera.

Mootummaan Chaayinaa tatamsa’ina vaayrasicha ittisuuf baatiiwwan lamaan darbanitti lammiileen mana keessaa akka hin bane ajeja dabarsee ture.

Yaa ta’uutii wayita ammaa biyyattiin vaayrasichaa ittisuuf hojii hojjetteen bu’aan argameera jedhame.

Sababa kanaan sosochiin idilee haaluma duraatti deebi’uu eegaluu ibsameera.

Maddi:-Aljaziira

Comments (0)
Add Comment