Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Carraa hojii haala ga’aan mijeessuu fi saffisiisuun dhimma dursa argachuu qabu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan
Dhaabbata yeroo dhihoo hundaa’e ta’us, Ministeerri Hojii fi Ogummaa ji’oota 10 qofa keessatti haala ajaa’ibsiisaa ta’een of caasessee Teeknooloojiitti fayyadamuudhaan ergamasaa hojiivfi ogummaa uummu haalaan raawwachuu eegaluu eeraniiru.
Carraa hojii mijeessuun gocha dursi kennamuufidha jedhan.
Manni hojii Ministeerichaa kan hundaa’e hudhaalee carraa hojii ummuu gahumsaan furuu, akkasumas humna nama leenji’ee fi tajaajiltoota ilaalcha tajaajiltummaa qaban horachuuf ta’uu isaa Muummeen Ministiraa FDRIAbiy Ahimad.
Carraa hojii uumuu haalaan mijeessuuf gahumsi manni hojichaa qabu cimuufi si’achuu qaba.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.