Caffeen Yaa’ii idilee 2ffaasaan  Muudama garaagaraa Raggaasise

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa muudama garaagaraa raggaasiseera.

Haaluma  kanaan:-

Muudama miseensa Gumii Calaltuu Dhimmoota Heeraa itti guutinsaaf kan dhiyaatan

  1. Obbo Zarihun Dhugumaa

Muudama Miseensota Koreewwan Dhaabbii Caffee hir’atan itti guutuuf,

  1. Obbo Girmaa Tarraqany Makonnin – Miseensa Koree Dhaabbii Dhimma Bulchiinsaa, Seeraa fi Misooma Namaa
  2. Obbo Galmaa Waaqoo – Miseensa Koree Dh/Dh Koree Hawaasummaa
  3. Aadde Sa’aadaa Ibraahim Hasan – Miseensa Koree Dh/Dh Hawaasummaa
  4. Obbo Haruun Obsaa – Miseensa Koree Dh/Dh Baajataa fi To’annoo Horataalee Mootummaa
  5. Obbo Kabbadaa Deessisaa – Miseensa Koree Dh/Dh Bulchiinsaa, Seeraa fi Misooma Namaa
  6. Obbo Siraaj Abdurroo – Miseensa Koree Dh/Dh Misooma Magaalaa

Muudama Miseensa Mana Maree Federeeshinii keessa nama tokko hir’ate bakka bu’an:-

Obbo Haayiluu Ifaa akka ta’aniif Caffeen raggaasisuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment