Caffeen Oromiyaa muudamoota garaagaraa dhiyaatan mirkaneesse

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota dhiyaatan mirkaneesseera.

Haaluma Kanaan:-

1. Komishinar Kaffaaloo Tafarraa Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeessaa Kilaastara Nageenyaa fi Haqaa

2. Obbo Masfiin Malaakuu Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeessaa Kilaastara Magaalaa,

3. Obbo Huseen Fayyisoo Hogganaa Biiroon Aadaafi Turizimii,

4. Aadde Kokkabee Didhaa Hoggantuu Biiroo Paablik Sarvisiifi Misooma Humna Namaa,

5. Obbo Ahimad Idriis Hogganaa Biiroo Invastimantii Oromiyaa,

6. Obbo Guyyoo Waariyoo, Hogganaa Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa,

7. Obbo Geetuu Gammachuu Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa,

8. Obbo Mahaammad Guyyee Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii,

9. Obbo Daani’eel Charinnat Hogganaa Biiroo Daldalaa Oromiyaa,

10. Obbo Maatiwoos Sobbooqaa Hogganaa Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa,

11. Injinar Girmaa Raggaasaa Hogganaa Biiroo Jallisiifi Horsiisee Bultoota Oromiyaa,

12. Dooktar Adaree Asaffaa Hogganaa Biiroo Dhaabbilee Misoomaa Oromiyaa,

13. Obbo Badrii Tamaam Itti Aanaa Pireezidaanti Mana Murtii Walii Galaa Oromiyaa,

14. Obbo Galmaa Waaqoo Itti Aanaa Dura Taa’aa Koree Dhaabbii Dhimma Baajataa fi To’annoo Horataalee Misoomaa ta’uun sagalee caalmaan ragga’eera.

Muudamtoonnis kakuu raawwataniiru.

Daagimawwii Deessisaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment