Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegaluu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojestiksii Ityoophiyaa beeksiise.
Buufannii fi Tarminaalli tajaajilaa ala ta’ee ture humna namaa fi galteewwan barbaachisu guutuun Amajjii 2, 2014 irraa jalqabee tajaajila idilee laachuu eegaluu ibsameera.
Tajaajila eegaluun buufatichaa galteewwan warshaaleef barbachisaan saffisaan dhiyeessuuf qooda olaanaa qabaachuu ragaan dhaabbaticharraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment