Burraayyuutti kabaja ayyaana Irreechaarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Burraayyuutti kabaja ayyaana Irreechaarratti mari’atamaa jira.
Bulchiinsa magaalaa Burraayyuutti kabaja Irreecha bara 2013 irratti dargaggoota waliin mari’atamaa jira.
Marichi taa’amaa kan jiru dargaggoota bulchiinsa magaalaa Burraayyuu fi dargaggoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee waliinidha.
Maricharratti kantiibana magaalaa Burraayyuu obbo Jagnaaw Gizaawii fi hoji gaggeessaan kutaa magaalaa Kolfee obbo Adam Nuur dabalatee hoggansi biroon argamaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment