Buqqaatoota naannoo Waldiyaa jiraaniif deeggarsi taasifame

Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Buqqaatoota naannoo Waaldiyaatti argamanii deeggarsii akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 30.7 baasuu taasifameera.

Deeggarsichaan uffataalee fi meeshaaleen garagaraa kan haammatamaan yoo ta’uu, deeggarsicha kan taasisee Komiishinii Gumurukaati.

Deeggarsicha kan laatan Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqa Ayyaalew, Ministirri Ministeera Geejibaa fi Loojistikii aadde Daagimaawwit Mogaas, Komishinarri Komishinii Gumurukaa obbo Dabalee Qaabataa fi Ministr deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaliny argamaniiru.

Sirna wal harka fuudhinsichaarrattis abbootiin fi hoggantoonni amantaa akkasumas keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.

Leeykuun Almatuu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment