Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga’eef deeggarsa laate

Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaashamanneetti namoota miidhaan irra ga’eef deeggarsa laate.

Deeggarsichi meeshaalee adda addaa kan Birrii miiliyoona 1.2 tilmaamamudha.

Bulchiinsa magaalichaatti Biiroon Dargaggootaa fi Qindeessaan Tola Oolmaa fi Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa deeggarsicha laataniiru.

Deeggarsichas kantiibaa magaalaa Shaashamannee obbo Guutaa Saachoree harkaan ga’aniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment