Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne.
Haaluma Kanaan:-
Aadde Ayishaa Mahaammad- Komishinara Komishinii Invastimantii
Obbo Awwalee Mahaammud- Hogganaa Biiroo Misooma Innooveeshiniifi Teeknooloojii
Aadde Qonjit Dabalaa- Hoggantuu Biiroo Dhimma Daa’imman, Dubartootaafi Hawaasummaa
Obbo Sayifa Damisee- Hojii Gaggeessaa Olaanaa Dhaabbata Faarmaasii Kanamaa
Obbo Nabiyyuu Fiqaaduu- Biiroo Misooma Innooveeshiniifi Teeknooloojiitti Itti Aanaa Hogganaa Damee Teeknooloojii
Obbo Daanyaachoo Fallaqaa- Biiroo Misooma Innooveeshiniifi Teeknooloojiitti Itti Aanaa Hogganaa Damee Oppireeshiniifi Tajaajila Innooveeshiniifi Teeknooloojii
Obbo Mallas Ansheeboo- Komishinii Qonnaan Bulaafi Qonna Magaalaatti Komishinara Itti Aanaa Damee Eksteenshinii Qonnaa
Aadde Raawudaa Kadir- Dhaabbata Faarmaasii Kanamaatti Hojii Gaggeessaa Itti Anatuu Damee Oppireeshinii
Obbo Salamoon Raggaasaa- Dhaabbata Faarmaasii Kanamaatti Hojii Gaggeessaa Itti Aanaa Damee Hoggansaa
Obbo Wasan Magraa- Waajjira Ijaarsa Pirojektoota Guguddootti Hogganaa Itti Aanaa Damee Bulchiinsaafi Faayinaansii
Obbo Yohaannis Mitikkuu- Gorsaa Biiroo Hojiifi Ogummaa
Obbo Xibabuu Baqqalaa- Itti Gaafatamaa Waajjira Ejensii Waldaalee Hojii Gamtaa
Aadde Birhaan Sile’aamlaak- Gorsituu Dhaabbata Faarmaasii Kanamaa gochuun muudeera.