Bulchiinsi magaalaa Finfinnee miseensota paartii morkattootaaf muudama laate

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kutaalee magaalichaa garaagaraatti miseensota paartii morkattootaaf muudama laateera.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo Taammiruu Jimaa (ABO) Itti gaafatamaa waajjira Aadaa,Aartii fi Turizimii kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii,
2.Kawusar Indiriis (IZEMA) Itti gaafatamaa waajjira Aadaa,Aartii fi Turizimii kutaa magaalaa Gullallee,
3.Dooktar Teediroos Haabtamaariyaam(AWBA) Itti gaafatamaa Waajjira Eeggumsa Naannoo Kutaa Magaalaa Qiirqoos,
4.Obbo Efireem Magarsaa (IZEMA) Itti gaafatamaa Waajjira Bulchiinsa Qulqullinaa kutaa magaalaa Liddataa,
5.La’iilaa Alii (paartii Bilisummaa fi walqixxummaa) itti gaafatamtuu Waajjira Eeggumsa naannoo kutaa magaalaa Kolfee Qaraniyoo,
6. Meeroon Taaddalaa (paartii Innaat) Itti gaafatamtuu Waajjira Eeggumsa naannoo kutaa magaalaa Araadaa taasiisuun muuduu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment