Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Raayyaa Ittisaaf taasiise

Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf taasiiseera.

Deeggarsi kun kutaalee magaalichaarraa kan walitti qabaman ta’uu ibsameera.

Deeggarsi laatame meeshaalee nyaataa, qulqullinaa Sangootaa fi Hoolootaa ta’uu ibsameera.

Deeggarsicha Itti gaafatamaan Biiroo Galiiwwanii magaalaa Finfinnee fi miseensi koree Loojastiksii Obbo Mulgeetaa Tafarraan Daayrektara Daayreektoreetii Faayinaasii Birgaadeer Jeneraal Zalaalam Fatanaaf laataniiru.

Saamu’eel Warqi ayyahuutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment