Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Kantiibaa magalaa Finfinnee aadde Adaanch Abeebee har’a iddoo ijaarsa giddugala hawaasa Goofaatiif kan ooluu lafa kaaree meetira kuma 5 dabarsinee kennineefii jirra jedhan.
Aadde Adaanach fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti magaalaa guddittii keenya Finfinnee haalluuwwan garaagaraatiin miidhagde fakkeenya Ityoophiyaa xiqqittii ni taasisna jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.