Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 385 ol lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 mallaqqaan fi Birrii miiliyoona 35 fi kuma dhibba 1 fi kuma 34 ol ammoo akaakuun lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee deeggarsicha Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Aganyahu Tashaagariif laataniiru.
Minyichil Azzazaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment