Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 30 Raayyaa Ittisaa Biyyaaf maallaqaa fi akaakuun deeggarsa taasiiseera.
Sadarkaa Itti aantuu Kaantibaatti Hoggantuun Faayinaansii magaalaa Finfinnee Aadde Najiibaa Akimal deeggarsicha Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Aadde Maartaa Luuwiijiif laataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.