Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Godina Baalee jiraattoota Baalee Bahaatti hongeen miidhamaniif midhaan nyaataa kuntaala kuma 1 qopheessuun geejjibsiiseera.
Aanaalee gammoojjii 6 ol keessatti hawaasa hongeen miidhamaniif deeggaraa kan jiru bulchiinsi Godina Baalee ollaasaa bara darbe godina ta’ee irraa baayyeef aanaalee baddaa Baalee irraa kan walitti qabe qamadii kuntaala kuma 1 gumaacheera.
Bulchaan Godina Baalee Obbo Abdulhakiim Aliyyii yoo beela bulles walumaan qooddanna jennee midhaan kana kennuuf murteessine jedhaniiruu jechuun OBN gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.