Bulchiinsi Dirree Dhawaa Birrii biiliyoona 2.1 ol walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Bara Baajataa 2014tti Galiin Birrii Biiliyoona 2.1 ol Walitti qabamuu Biiiroon Bulchiinsa Dirree Dhawaa Beeksisee.

Hogganaan Biirichaa Obbo Abdusalaam Mahaammad ibsa miidiyaaleef kennaniin, bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti barana galiin Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona164 fi kuma 340 fi 840.26 walitti qabamuu himaniiru.

Raawwiin kun kan bara darbeen yoo madaalamu % 46 caalmaa akka qabu ibsaniiru.

Bara 2015’ttis teeknoolojiwwan deeggaramuun galii caaluu walitti qabuuf karoorfachuu ibsaniiru.

Kadiir Shamsaddiintu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment